Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Siwiidiin tumsa waloo cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Mar 26, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Siwiidiin tumsa misoomaa fi hariiroo waloo caalmaatti guddisuuf waliigalaniiru. Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samariitaa…
Oduu biyya keessaa Leenjitoonni Hokkora bittinneessaafi poolisii idilee nageenya cimsuuf gahumsa barbaadamu irratti… Ayana Dheressa Mar 26, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC)- Leenjitoonni Hokkora bittinneessaafi poolisii idilee naannoo Amaaraa qophaa’ummaa naannicharra darbee nageenya biyyaa eegsisuu dandeessisu irratti kan…
Biiznasii Waldaaleen Daldalaa qophii Imaammataa irratti hirmaannaa akka taasisan waamichi dhiyaate Ayana Dheressa Mar 26, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC)- Waldaaleen Daldalaa Imaammatawwan daldalaa yeroo yeroon wixineeffaman irratti hirmaannaa taasisuun yaadota galtee akka dhiyeessan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Marii 10ffaa karoora imaammata alaa BRICS irratti hirmaachuun ibsame Tsehay Guluma Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Marii 10ffaa karoora imaammata alaa BRICS Biraazilitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaateerti. Waltajjicharratti Itiyoophiyaa dabalatee…
Oduu biyya keessaa Korichi haala qabatamaa diinagdee biyya keessaa fi idil addunyaa gamaaggame Tsehay Guluma Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) –Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa haala qabatamaa diinagdee biyya keessaa fi idil addunyaa gamaaggameera. Haaluma kanaan daballii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walqixxeetti Sagantaan Afxiraa gaggeeffame Tsehay Guluma Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) –Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Magaalaa Walqixxeetti Sagantaan Afxiraa bakka Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daayiqoon Daani’eel…
Oduu biyya keessaa Hojii yakka malaamaltummaa ittisuu hojmaata teeknooloojiin deeggaruun barbaachisaadha-Obbo Tamasgeen… Tsehay Guluma Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Hojiin yakka malaamaltummaa ittisuu bu’a qabeessa akka ta’uuf hojmaata teeknooloojiin deeggarame ammayyessuun barbaachisaa ta'uu Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Gudaritti pirojektiin bishaan dhugaatii birrii Miiliyoona 300’n ijaaramuu eegale Sifen Megersa Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Gudaritti ijaarsi Pirojektii bishaan dhugaatii baajata Birrii miiliyoona 300’n eegalamuun himame.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaan Itti Gaafatamtuu sagantaa tumsa Misooma Qonnaa Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itti Gaafatamtuu Sagantaa Tumsa Misooma Qonnaa Jarman Indiriyaa Wiiliyaam Saam waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Paakistaan hariiroo paarlaamaa isaanii cimsuuf waliigalan Tsehay Guluma Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017(FMC) – Paakistaanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Jamaal Bakar Dura Taa’aa Mana Maree Paakistaan Siiyeed Yusuuf Raazaa Gilaanii waliin mari’ataniiru.…