Ispoortii Waaliyaawwan har’a Fara’oonoota waliin taphatu Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Addunyaa 2026 ramaddii 5ffaa garee biyyaalessaa Ijipti waliin taphata.…
Idil Addunyaa Xiyyaaroonni gara Buufata Xiyyaaraa Heetiroow balali’aa turan kallattii jijjiiruuf dirqaman Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Magaalaa Landan dhiyeenya Buufata Xiyyaaraa Heetiroowitti mudate hordofee buufatichi guutummaatti cufamuu dhaga’ameera. Sababa…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Bulchiinsa Yaa’aa waggoottan shanan dhufanitti hojiirra oolu ifoome Ayana Dheressa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Pirojektiin Bulchiinsa Yaa’aa ‘ Deeggarsa Bulchiinsa Yaa’aa Jijjiirama cimaa, hammataafi mijataaf’ jedhu ifoomeera. Pirojektichi Ministeera…
Oduu biyya keessaa Misoomni bosonaa bu’uura wabii midhaan nyaataa akka ta’uuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Guyyaan Bosonaa Addunyaa 14ffaan mata duree “ Bosonaafi Nyaata” jedhuun Finfinneetti kabajamaa jira. Hojiilee Ashaaraa magariisaa baroota…
Biiznasii Abbaan Taayitichaa tajaajila Baankii Invastimantii hojii eegalchiise Tsehay Guluma Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa yeroo Jalqabaaf tajaajila Baankii Invastimantii hojii eegalchiisuu beeksiseera. Waldaan Aksiyoona…
Oduu biyya keessaa Biirichi baatiiwwan saglan darban qabeenya Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 53… Tsehay Guluma Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa baatiiwwan saglan darbanitti qabeenya Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 53 olittti…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan kurnan itti aanaan qilleensi jiidhaan uumamuu Roobaaf sababa ta’u cimee itti fufa –… Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Bitooteessa 12 – 22, 2017tti qilleensi jiidhaan uumamuu Roobaaf sababa ta’u guyyaa gara guyyatti cimaa kan deemu ta’uu Inisttityuutiin Raaga Haala…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Baarbaadoos dhimmoota tumsaan hojjechuuf dandeessisanirratti mari’atan Sifen Megersa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Keeniyaatti Komishinara Olaanaa Baarbaadoosii fi Naayiroobiitti bakka bu’aa dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaa bara kanaaf boqqolloo sanyii filatamaan kuntaalli kumni 500 qophaa’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Qonna Arfaasaa bara kanaaf Boqqolloo sanyii filatamaan kuntaalli kumni 500 qophaa’uu Ministeerri Qonnaa ibse. Sanyii kana naannoleen ariitiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Kaasaahuun Goofeen Daayirektara Olaantuu Dhaabbata Daldalaa Addunyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 21, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahuun Goofeen Daayirektara Olaantuu Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Nikoozii…