Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017(FMC) – Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan Magaalaa Hawaasaa Gudumaaleetti kabajamaa jira. Kutaaleen hawaasaa hedduun sirnicharratti…
Oduu biyya keessaa Hundeeffama Shaggariin booda walga’iinsi bu’uuraalee misoomaa fooyya’e – Jiraattoota Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Hundeeffama Magaalaa Shaggariin booda walga’iinsi bu’uuraalee misoomaa fooyya’uu jiraattotni kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee ibsan. Waggoota lamaan…
Oduu biyya keessaa Komishiniin haaromsa biyyaalessaa dhaabbata misoomaa, tasgabbii fi Nageenyaa Siwiidiin waliin… Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Komishiniin haaromsa biyyaalessaa dhaabbata misoomaa, tasgabbii fi Nageenyaa Siwiidiin kan ta'e (FBA) waliin tumsaan hojjechuuf waliigalaniiru.…
Oduu biyya keessaa Godinni Arsii Lixaa godina poteenshaala misoomaafi carraalee hedduu qabuudha – Pireezidaanti… Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Godinni Arsii Lixaa godina poteenshaala misoomaafi carraalee hedduu qabu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen baga Ayyaana Fichee Cambalaalaa geessan jedhan Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Baga Ayyaana…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC)-Pireezidaantonni naannolee garaagaraa Ayyaana jijjiirraa baraa Uummata Sidaamaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Iraan damee indaastirii oomishaan haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’atan Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Iraan Ambaasaaddar Alii Akbaar Razeel waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarota humna elektirikaan hojjetan hojiirra oolchuuf waliigalteen mallattaa’e Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiypoophiyaa fi Aviyeeshiniin Archar dameewwan garaagaraarratti tumsaan hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa Uummatni Oromoo obbolaa isaa uummata Sidaamaa waliin michooma jabaa qaba – Pireezidaanti Shimallis Tsehay Guluma Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Ayidee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa FMC fi Dhaabbanni Raadiyoo fi Televizhinii Chaayinaa waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Dhaabbanni Raadiyoo fi Televizhinii biyyaalessaa Chaayinaa tumsaan hojjechuuf waliigaluun ibsame. Hoji…