Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf lammiilee kuma700 oliif deeggarsi ni kennama
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sababeeffachuun lammiilee harka qalleyyii kuma 700 oliif deeggarsa akka kennu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…