Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Finfinnee galaniiru. Ministirichi walga'ii Komishinii Waloo Ministirootaa Itiyoophiyaa fi…
Ispoortii Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa bahe Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Torbee 13ffaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa baheera. Tapha har'a waaree dura sa'aa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni Giiftiiwwan Duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwatan Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantii fi Pireezidaantii Itti Aantuun Giiftiiwwan duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwataniiru. Pireezidaantiin Giiftiiwwan duree…
Oduu biyya keessaa Dhamaatii fi carraaqiin baatiwwan salgan darbanii bu’aa galmeessera – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Dhamaatii fi carraaqiin baatiwwan salgan darbanii bu'aa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Bu'aa argameen osoo of hin dagatin…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Ajandaa Naannoo Amaaraa fudhate Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Ajandaa Naannoo Amaaraa fudhateera. Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Amaaraa Magaalaa Baahir Daaritti…
Oduu biyya keessaa Barruuleen Daa’immanii ‘ Naa’otaa ‘ jedhamu eebbifame Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Barruulee daa'immanii 'Naa'otaa' jedhamu Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaatiin qophaa'e Magaalaa Adaamaatti eebbifameera. Barruulen kunneen Bakka…
Oduu biyya keessaa Raawwii karooraa hojii Baatiiwwan saglan darbanii gamaaggamuu eegaleerra- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Raawwii karooraa hojii baatiiwwan saglan darbanii dameelee garaagaraa gamaaggamuu eegaleerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar…
Biiznasii Shaggaritti agarsiisni Baazaariifi Egzihibiishinii Oomishaalee Qonnaa, beelladaafi bu’aa… Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti agarsiisni Baazaariifi Egzihibiishinii Oomishaalee Qonnaa, beelladaafi bu'aa beelladaa banameera. Kutaa magaalaa Sulultaa,…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Arsii Barattootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisise Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 404 eebbisiseera. Yuunivarsitichi baratoota digirii jalqabaa fi lammaffaan ogummaa…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Apr 12, 2025 0 Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan taphni Maanchiister Siitiin - Kiristaal Paalaas, Niwuukaasiil - Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessan…