Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Bu’uuraalee Misoomaafi Invastimantii Eeshiyaa waliin… Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen durfamu walga’ii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaafi Baankii Addunyaa 2025 cinaatti Pireezidaantii…
Ispoortii Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Walaayittaa Diichaa waliin ni morkata Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbuuf boru falmiin Walaayittaa Diichaa waliin gaggeessu hawwiin…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniifi inistiitiyuutichi dhimmoota waliin hojjechuu danda’an irratti… Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) –Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniifi Inistiitiyuutiin Leenjii BarnootaTeeknikaafi Ogummaa dameewwan garaagaraan haala waliin hojjechuu danda’an irratti…
Oduu biyya keessaa Sirna bulchiinsa sanyii biqiltuu diriirsuun oomushtummaa qonnaa guddisuuf hojjetamuu qaba –… Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Sirna bulchiinsa sanyii biqiltuu bu'a-qabeessa ta'e diriirsuun oomushtummaa qonnaa guddisuuf hojjetamuu akka qabu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota ijoo biyyaalessaafi dhimmoota paartiirratti xiyyeeffatan irratti walga’ii gaggeessuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Moorookoon damee loltummaan tumsaan hojjechuuf mari’atan Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Moorookoon damee loltummaan tumsaan hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari’ataniiru. Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Qoodni Aksiyoona Itiyoo-Telekoom miiliyoonni 10 fi kumni 700 gurgurame Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Gurgurtaa Akisiyoonaa Itiyoo-Telekoom %10, qoodni aksiyoonaa miiliyoonni 10 fi kumni 700 gurguramuu Itiyoo-Telekoom beeksise. Adeemsi gurgurtaa aksiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni miseensota Ergama Deeggersa Loltummaa Gamtaa Afrikaa Inteebeetti walga’ii taa’aa jiru Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Biyyoonni miseensota Ergama Deeggersaa fi Tasgabbii Loltummaa Gamtaa Afrikaa Inteebee Yugaandaatti walga’ii taa’aa jiru. Itiyoophiyaa baka bu’uun jilli…
Ispoortii Morkii jabaa boru Baarseloonaa fi Riyaal Maadriid gidduutti gaggeeffamu Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Morkiin Eelkilaasikoo tapha Waancaa Kooppaa ‘Del Rey’ Baarseloonaa fi Riyaal Maadirid gidduutti boru gaggeeffamu hawwiin eegama. Masaanummaa siyaasaa…