Ispoortii Liivarpuulii fi Arsenaal walqixa ba’an Yonatan Birhanu May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii torbee 36ffaan Liivarpuul dirree isaa irratti Arsenaaliin keessummeessee galchii 2-2'n walqixa ba'aniiru. Liivarpuuliif Koodii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Barattoonni miiliyoona 1 fi kuma 300 ol Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa ni… Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana Barattonni miiliyoona 1 fi kuma 300 fi kuma 61 fi 400 Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaa walduraa duubaan kan fudhatan…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa tokkummaa biyya kabachisuuf wareegama guddaa kaffaleera-Fiild Maarshaal Birhaanuu… Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Ajajni Lixaa dirrewwan waraana garaagaraatti injifannoon kan beekamu walabummaa fi tokkummaa biyya kabachisuuf wareegama guddaa kaffalaa turuu Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Deenmaarki hojii misooma magariisaa Itiyoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsite Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Deenmaarki michummaa waggoottan dheeraa Itiyoophiyaa waliin qabdu damee misooma hundagalessaa, ce’umsa magariisaa fi walitti hidhamiinsa ummataa fi ummataan…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa biyyaaf Gaachana ta’ee, diinaaf ammoo Sodaa ta’eera -Obbo Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Ajajni Lixaa biyyaattii eeguuf wareegama gudda kaffaluun biyyaaf gaachana ta’ee, diinaaf ammo sodaa ta’uun seenaa hojjeteera jedhan Pireezidaantiin Mootumma…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa Waggaa 47ffaan Magaalaa Naqamteetti kabajamaa Jira Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)_Raayyaa Ittisa biyyaatti guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa Waggaa 47ffaan Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti kabajamaa Jira. Guyyichi mata Duree…
Oduu biyya keessaa Daandiin baaburaa Itiyoo-Jibuutii tajaajila oomishtootaaf kennu guddisuu beeksise Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Daandiin baaburaa Itiyoo-Jibuutii dandeettii loojistiksii isaa guddisuun tajaajila oomishtoota Paarkiiwwan indaastirii keessatti argamaniif kennu…
Oduu biyya keessaa Waajjirichi bu’aalee teeknooloojii ammayyaa qabiinsa odeeffannoof gargaaran tajaajila eegalchiise Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee bu’aalee teeknooloojii ammayyaa qabiinsa odeeffannoof gargaaran tajaajila eegalchiise.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gara biyyoota birootti akka babal’istu gaafatame Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gara biyyoota birootti babal’isuun dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa akka guddistu gaafatame. Ashaaraan…
Idil Addunyaa Hindiifi Paakistaan dhukaasa dhaabuuf waliigalan Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Hindiifi Paakistaan waliigaltee dhukaasa dhaaburra gahuu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi ibsan. Doonaald Tiraampi ergaa miidiyaa hawaasummaa…