Ispoortii Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’e Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Lammiin Ispeen taphataan duraanii Maadriid Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta'uun mudamuu ibsameera. Zyaavii Aloonsoon hanga bara…
Oduu biyya keessaa Tuuriizimii Ispoortii si’oomsuuf hojjetamaa jira –Salaamaawiit Kaasaa Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) – Tuuriizimii Ispoortii si'oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan ibsan. Fiigichi Kiiloomeetira 12…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwatan Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwataniiru. Bara Faranjoota 2019…
Oduu biyya keessaa Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa balaa gurmeessuu cimee itti fufa –Aadde Adaanech Abeebee Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC )- Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Magaalaa Finfinnee humna namaa fi teeknooloojiin ammayyeessuu fi gurmeessuu cimee kan itti fufu…
Idil Addunyaa Tumsi hundagaleessi Gamtaa Afrikaan taasifaman nageenyaaf gumaacha olaanaa qabu –… Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Tumsi hundagaleessi naannawaa fi dhaabbilee hammattoo Gamtaa Afrikaa jalatti taasifaman nageenyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin Raashiyaa…
Ispoortii Fiigicha Kiiloomeetira 12’n Boqojjiitti fiigame Atileet Masarat Xaafaa fi Siyyuum Dirribaan… Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Fiigicha Kiiloomeetira 12'n Itiyoophiyaa haa barruu 4ffaa har'a magaalaa Boqojjiitti fiigame Atileet Masarat Xaafaa fi Siyyuum Dirribaan injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen damee teeknooloojiin hojjetaman sadarkaa idil-addunyaatti dorgomaa ta’uu qabu Ayana Dheressa May 24, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Hojiileen damee teeknooloojiin hojjetaman sadarkaa idil-addunyaatti dorgomaa ta’uu akka qaban ibsame. Turtii jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Uummanni Tigraay holola sobaa miseensota hoggansa ABUT duraaniin gowwoomfamuun wareegama hin… Ayana Dheressa May 24, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Uummanni Tigraay holola sobaa miseensota hoggansa ABUT duraaniin gowwoomfamuun wareegama hin kaffalu jedhan Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Turtii Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Faransaayitti taasisan milkaa’aa ture- Dooktar Geediyoon… Ayana Dheressa May 24, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Daawwannaafi marii jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Faransaayitti taasise milkaa’aa akka ture Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen hojjettoota mootummaa magaalichaa mana jireenyaa argachiisu mallattaa’e Ayana Dheressa May 24, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Waliigalteen hojjettoota mootummaa magaalaa Finfinnee mana jireenyaa akka argatan gochuu danda’u mallattaa’e. Waliigalticha kan mallatteessan Biiroo…