Yuunivarsiitii Goondaritti Piroojektoonni birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Guyyaa Tajaajilaa barsiisummaa Waggaa 70ffaa Yuunivarsiitii Goondar sababeeffachuun Piroojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'an.…