Itiyoophiyaan Miseensa waljijjiirraa odeeffannoo uummataa ijoo Dhaabbata Siiviil Aviyeeshinii…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waraqaa ragaa Miseensa waljijjiirraa odeeffannoo uummataa ijoo Dhaabbata Siiviil Aviyeeshinii Idil-addunyaa (PKD) ta’uu ishee mirkaneessu…