Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan qormaatilee mudatan carraatti jijjiiruun sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti. Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Galmi barkumee bifa haaraan ijaaramuufi Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) - Galmi Barkumee bifa misoomaa naannawichatti gaggeeffamu waliin haala walmadaaleen bifa ammayyaa’een ijaaramuufi. Daayrektarri Piroomooshinii fi…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa biyyattii nageenya waaressuuf gahee isaanii cimsanii itti fufuu qabu-Obbo… Ayana Dheressa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan paartileen siyaasaa biyya keenyaa nageenyi akka waara’uufi aadaan diimikoraasii akka cimuuf gahee…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse – K/J Dammallaash… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota dhaabbata ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’ataniiru. Hojii dhaabbatichi dameewwan fayyaa,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi hariiroo Immigireeshiinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Neezarlaand hariiroo immigireeshinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Jilli Daayrektera olaantuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa yaa’ii gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Manni Maree Uummattoota Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 4ffaa bara hojii 4ffaa Marsaa 6ffaa magaalaa Walqixxeetti gaggeessaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa fi Tajaajilli Tola Ooltummaa duudhaalee dhalootaaf darbanidha Tsehay Guluma Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa fi Tajaajilli Tola Ooltummaa duudhaalee dhalootaa dhalootatti darbanidha jedhan Ministiroonni. Hoggantoonni fi Hojjettoonni…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Piroojektoota Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarsise eebbisiise Ayana Dheressa Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Piroojektoota Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarsise eebbisiise. Daandiin qilleensichaa kutaalee suphaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti lafti heektarri kuma 700 ol sanyiin uwwifame Tsehay Guluma Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Lixaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafti heektarri kumni 700 fi kumni 16 sanyiin uwwifameera jedhe Waajjirri Qonna Godinichaa.…