Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe.
PSGn galchii 2 fi 0n Baayern…