Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujiitti bara kana buna toonii kuma 55 ol gabaaf dhiyeessuuf karoorfamee hanga ammaatti bunni toonii kuma 39 ol gabaaf dhiyaateera jedhe…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujiitti qonna Arfaasaatiin lafti heektaarri kumni 200 ol misoome.
Godinichatti bara kana lafti heektaarri kuma 200 fi kuma 58 ol oomisha…