Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi galii Birrii biiliyoona 4 argate Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 4 argadhe jedhe. Koorporeeshinichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee Qonnaan waloon hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee qonnaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteesan. Waliigalticha Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Oduu biyya keessaa Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumameen odeeffannoo waaltessuun danda’ame-… Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumamaa dhufeen odeeffannoo waaltessuun danda'ameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Godambaan Saayinsii agarsiistuu guddina teeknooloojii Afrikaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Godambaan Saayinsii Itiyoophiyaa Afrikaan guddina saayinsii fi teeknooloojiin daandii mataa ishee bocuun abdiin kan itti argamaa jiru ta’uu isaaf…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirti –… Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan maatii irraa eegaltee wabii nyaataa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirti jedhan pirezidaantiin FDRl Taayyee Atsqa…
Oduu biyya keessaa Hospitaalichi tajaajila guutuu akka eegaluuf deeggarsi barbaachisu ni taasifama – Obbo… Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Yunivarsiitii Walaayitaa Sooddoo tajaajila guutuu akka eegaluuf deeggarsi barbaachisaa ta’e ni kennamaaf jedhan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa sirna nyaataa waliigalaa eegaltee jirti – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017(FMC) - Yaa’ii jalqabaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii A.L.A bara 2021 geggeeffamee asi Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa Sirna Nyaataa waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Somaalee baajata Birrii biiliyoona 65.7 raggaasise Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017(FMC) - Manni Maree Naannoo Somaalee baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 65.7 raggaasise. Manni marichaa wixinee baajata naannichaa bara 2018 irratti…
Oduu biyya keessaa Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Pirezedaantii Somaaliyaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017(FMC) - Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahmuud Alii Yuusuuf preezdaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’atan. Maree isaaniin Dura…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa bishaan lafa keessaa gabbisuun rakkoo bishaan dhugaatiif fala ta’aa jira-… Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21 , 2017 (FMC) – Ashaaraan magariisaa bishaan lafa keessaa gabbisuun rakkoo bishaan dhugaatiif fala ta'aa jira jedhan ogeeyyiin. Yuunivarsiitii Finfinneetti hayyuun…