Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Korporeshiniif beekamtiin kenname Yonatan Birhanu Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Manni Maree Daldalaa Magaalaa Finfinnee hojiilee Dokumeentarii, oduu fi sagantaalee adda addaa Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ihojjeteef beekamtii…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti gaaffilee bu’uuraalee misoomaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gaaffilee bu’uuraalee misoomaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe. Pirojektoota daandiiwwan adda addaa…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu’aan qabatamaan galmaa’e – Dooktar Fitsuum… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu'aan qabatamaan galmaa'eera jedhan Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii gaggeessaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii hundeeffamaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Birmadummaa ummata Tigraay eeguuf hojjechuu…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bifa Magaalaa Finfinnee beeksisuu keessatti gahee olaanaa bahateera –… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin tumsaan hojjechuuf waliigale. Hoggantoonni biiricha har’a Faanaa…
Fayyaa Yaa’iin fayyaa 27ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) –Yaa’iin Fayyaa 27ffaan mata duree "Invastimatii itti fufiinsa qabuufi kalaqa, sirna fayyaa cimaaf" jedhuun magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 9ffaan tapha har’a Liidis Yuunaayitiid Weest Haam keessummeessuun eegalamu. Har’a halkan sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Afrikaan saffisaa fi jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Afrikaan qabeenya kuufamaa qabdu fayyadamtee saffisaa fi haala jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun barbaachisaadha…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Pirojektii madda anniisaa qilleensaa Asallaa % 93 irra ga’e Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Ijaarsi pirojektii madda anniisaa qilleensaa godina Arsii aanaa Heexosaatti ijaaramaa jiru % 93 irra gahe jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa.…