Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta’aniif hojiileen eegalaman cimanii itti fufu –…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii…