Oduu biyya keessaa Tamsaasni Televizhiinii adda cituu… Ayana Dheressa Nov 14, 2025 0 Sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudateen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citeera. Sababa Kanaan tamsaasni Televizhiinii…
Ispoortii Tapha gulaallii Waancaa CECAFA umrii waggaa 17 gadii Faanaa + siin Ayana Dheressa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi Giddugaleessaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa Plus kallattiin…
Oduu biyya keessaa Biyyi beekumsa malee ijaaramtu hin jirtu- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan biyyi beekumsa malee ijaaramtu hin jirtu jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa…
Ispoortii Kiiliyaam Mbaapeen miidhaa isa mudate hordofee gara Maadriiditti deebi’e Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Darggeessi umrii waggaa 26 taphataan sarara fuuldaraa Faransaay Mbaapeen miidhama isa mudate hordofee gara Riyaal Maadriiditti deebi’eera. Tapha…
Oduu biyya keessaa Samaraa Loogiyaa keessummoota Fooramii Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaarratti hirmaatan simachaa jirti Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Magaalaan Samaraa Loogiyaa keessummoota Fooramii Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaarratti hirmaatan simachaa jirti. Fooramiin magaalootaa Itiyoophiyaa 10ffaa…
Oduu biyya keessaa Afrikaan COP30 irratti sagalee tokko dhageessisuun addunyaarratti dhageettii argatteetti- Dooktar… Ayana Dheressa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaan Yaa’ii qabeenya qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii COP30 irratti sagalee tokko dhageessisuun…
Oduu biyya keessaa Damee siyaasaan bu’aaleen Itiyoophiyaa gara boqonnaa haaraatti ceesisan galmaa’an- Dooktar Tasfaayee… Ayana Dheressa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Damee siyaasaan bu’aaleen Itiyoophiyaa gara boqonnaa haaraatti ceesisan galmaa’aniiru jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Waamamaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen riifoormii siilvil sarvisii yaadama Mootummaa Ida’amuun hojiirra oolchuuf dirqama… Yonatan Birhanu Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018(FMC) - Itti gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummee fi Ministirri Dhimmoota Kaabinee Alamtsahaay Phaawuloos, dhaabbileen rifoormii siivil sarvisii yaadama…
Oduu biyya keessaa Karoorrawwan biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen bulchiinsi Magaalaa Finfinnee karoorrawwan biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjechuu itti fufa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa sabaaf sablamoota Itiyoophiyaa 20ffaa kabajuuf qophiin taasifamaa jira Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Guyyaa sabaaf sablamoota Itiyoophiyaa 20ffaa kabajuuf qophiin barbaachisu taasifamaa jira jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu…