Ispoortii Angoolaa 1-1 Zimbaabewee Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame. Taphni ha'a Waaree booda…
Oduu biyya keessaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Abunee Diyoosqoroosiin ayyaana waggaa Qullubbii Gabre’eelii kabajuuf… Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Abbootiin Amantaa Ortodoksii Waloomaa Hojigaggeessaa Olaanaan Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Barreessaa Olaanaan Sinoodosii Abunee…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa Teeleevizhinii ‘JPS‘f Xalayaa akeekkachiisaa kenne Tsehay Guluma Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Teeleevizhinii JPS'f ('Jesus Prophetic Ispirit Church) xalayaa akeekkachiisaa kenneera. Miidiyaaleen amantaalee…
Ispoortii Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa eegale Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa kan bara 2018 eegaleera. Waldorgommii kanarratti giddu galoonni Leenjii,…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti pirojektonni bishaanii 364 ol xumuraman Tsehay Guluma Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa bara kana pirojektoota bishaanii kuma 2 fi 266 ijaaruuf karoorfatee hanga ammaatti pirojektoota 364 xumureera jedhe.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi manneen magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarse Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa manneen jireenyaa magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarseera. Ministeerichi manneen jireenyaa 20 Embaasii…
Oduu biyya keessaa Dantaa biyyaalessaa eegsisuuf kominikeeshinii tarsima’aa ta’e qabaachuu barbaachisaadha Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Gumiin Balal marsaan 48ffaa mata turee "Dantaa Biyyaalessaafi Miidiyaa" jedhuun Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatti geggeeffamaa jira. Gumii Balal…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni… Tsehay Guluma Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 18ffaan taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni eegama. Taphoota torbee lamaan…
Oduu biyya keessaa Akkuma loltuun daangaa biyyaa tiksu, qaaxxeefi olola sobaa qolachuun dantaa biyyaalessaa eeguun… Tsehay Guluma Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC)- Akkuma loltuun daangaa biyyaa tiksu, qaaxxeefi olola sobaa qolachuun dantaa biyyaalessaa eeguun gahee miidiyaa olaanaadha jedhan Hogganaan Biiroo…
Fayyaa Biiroon fayyaa Oromiyaa moosaajii tajaajila fayyaa dijitaalomsuuf gargaaru ifoomse Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Biiroon fayyaa Oromiyaa moosaajii 'Odacare dijital solution' jedhamu kan tajaajila fayyaa dijitaalomsuuf gargaaru ifoomseera. Sadarkaa Itti Aanaa…