Teeknooloojii Yaa’iin “ID4 Africa 2025” xumurame Ayana Dheressa May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017(FMC) – Yaa’iin “ID4 Africa 2025” guyyoota afuriif Finfinneetti gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurame. Yaa’ichaan ijaarsa eenyummaa diijitaalaa irraatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Pireezidaanti Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisan Tsehay Guluma May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC )- Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadi fi jila isaaniif Pireezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisaniiru.…
Ispoortii Falmii hanga torbee 38ffaatti kan shaampiyoonaa ta’e adda hin baane Seerii A Xaaliyaanii Sifen Megersa May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Taphoonni torbee 38ffaa Seerii A Xaaliyaanii har’a taphataman ni eegamu. Qabxii 79 seeri’icha dursaa kan jiru Naappooliin har’a halkan sa’aatii 3:45…
Fayyaa Faayidaa Loomii Sifen Megersa May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta'ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera. Loomiin yeroo baayyee qabiyyee…
Oduu biyya keessaa Innooveeshinii fayyadamuun Raayyaa Ittisaa ammayyaa ijaaruun murteessadha – Fiild Maarshaal… Sifen Megersa May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Innooveeshinii fayyadamuun Raayyaa Ittisaa ammayyaa ijaaruun murteessaa ta’uu Itaamaajooriin Humna Waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sirni Korma Dagaagaa Qaluu guyyaa har’aa raawwatame Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Sirni Korma Dagaagaa Qaluu guyyaa har’aa raawwatameera. Tibba darbe Tuulamni Sadeen Waxabajjii 12 gara Odaa Nabeetti godaanuuf labsatee ture .…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paaris galan Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Daawwannaa hojiif Faransaay Paaris galaniiru. Godaambaa Humna…
Oduu biyya keessaa Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture eebbifame Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture xumuramuun eebbifameera. Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Hambaalee…
Ispoortii Galchiiwwan 173 lakkoofsisee kubbaawwan galchii ta’an 101 mijeessee waancaa tokko qofa kan milkeesse… Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Jifataan Tootenhaam lammiin Kooriyaa Kibbaa San Hiwuung Miin boqonnaa jireenya isaa kubbaa miilaa keessaa isa baay'ee jabaa ta’e milkeesseera.…
Oduu biyya keessaa Aannan Liitirri biiliyoonni 8.9 oomishame Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – bara baajata 2017 hanga ammaatti aannan liitirri biiliyoonni 8 .9 oomishamuu Inistiitiyuutiin Misooma Beeyladaa Itiyoophiyaa ibse. Daayrektarri itti…