Aanaa Guraawaatti Sa’attiin takka yeroo tokkotti jabbiiwwan 5 dhalte
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Guraawaatti Sa'attiin takka yeroo tokkotti jabbiiwwan 5 dhaluu ibsameera.
Saani kun kana duras yeroo tokkotti jabbiiwwan 3…