Fayyaa Duulli talaallii dhibee Gifiraa eegalame Sifen Megersa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) – Sadarkaa Biyyaalessaatti duulli talaallii dhibee Gifiraa eegalmeera. Naannoo Oromiyaatti duulli kun har’a bakka Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Idil Addunyaa Ameerikaan hariiroo Sooriyaa waliin qabdu haaromsuu akka barbaaddu ibsite Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Ameerikaan qoqobbii Sooriyaarra kaa’amee ture kaasuun hariiroo ishee haaromsuu akka barbaaddu Pireezidaantiin biyyattii Doonaald Tiraampi beeksisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii milkaa’inoota argaman mul’isuu keessatti gahee isaanii bahachuu… Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Jijjiirama biyyaalessaa hordofee milkaa’inoota dameewwan hundaan argaman mul’isuu keessatti ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshiin gahee isaanii bahachuu akka…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalame Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee mariin furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uun ibsame Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Rakkoolee karaa nagaan mariidhaan furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Abuna…
Oduu biyya keessaa Misoomni Kooriidarii yaaddoo balaa hir’iseera jedhame Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC)- Misoomni kooriidarii yaaddoo balaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa bahachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abiddaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Biiznasii Waliigalteewwan Inveestimeentii Doolaara biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600 mallatteeffaman Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Komiishiniin Inveestimeentii Itiyoophiyaa Fooramii ‘Invest Ethiopia 2025 ’ jedhu irratti waliigalteewwan Doolaara Biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600…
Ispoortii Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan qixa ba’an Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan kan waliin taphatan Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan galchii 1:1’n walqixa ba’aniiru. Magaalaa…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa Imaltoota Hajii fi Umraaf tajaajila saffisaa kennuf qophaa’eera jedhame Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Caamsaa 5, 2017 (FMC) - gareen Daandii Qileensaa Itiyoophiyaa imaltoota Haajii fi Umraa baranaaf tajajila geejjibaa miijataa kennuuf qophaa’uu isaa beeksiseera. Imala…
Oduu biyya keessaa Aanaa Shanan Dhuuggootti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Godina Harargee lixaa aanaa shanan dhuuggootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame. Balichi Konkolaataan ‘Iyisuuzuun…