Ispoortii Gullisoo 2-2 Yuunivarsiitii Dambi Doolloo Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Tapha Piriimer Liigii Oromiyaa Torbee 16ffaa har'a taphatameen Gullisoo fi Yuuniversiitiin Dambi Doolloo 2-2 qixa ba'uun qabxii qoddataniiru. Tapha har'aa…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaan maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomse Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Atileet Qananiisaa Baqqalaan miidhaa shaakalarratti isa mudaterraan kan ka’e dorgommii fiigicha maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Inisheetivoota eegalaman itti fufsiisuufi haaraa maddisiisuun xiiqiin hojjetamuu akka qabu ibsame Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Inisheetivoota eegalaman itti fufsiisuufi haaraa maddisiisuun carraawwan gabaa biyya keessaafi alaa fayyadamuuf xiiqiin hojjetamuu akka qabu hubachiifame.…
Idil Addunyaa Haleellaa xiyyaara Ameerikaatiin finciltoonni Huutii 500 ol ajjeefaman Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan finciltoota Huutii Yaman keessa socho’an irratti raawwateen, ajajoota dabalatee loltoonni 500 ol ajjeeffamuun isaanii…
Oduu biyya keessaa Bu’a qabeessummaa bulchiinsa haqa yakkaa guddisuuf hojimaata qindaa’aa guddisuun barbaachisaa ta’uun… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Bu’a qabeessummaa bulchiinsa haqa yakkaa guddisuuf hojimaata qindaa’aa guddisuun barbaachisaa ta’uun ibsameera. Ministirri Ministeera Haqaa Haannaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gama xiyyaara bituu fi bakka ga’umsaa baay’isuun galma… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) -) Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gama xiyyaara bituu fi bakka itti imalu guddisuutiin bara 2025tti galma qabate milkeessuu isaa Hoji Raawwachiisaan Garee…
Oduu biyya keessaa Qamadiin jal’isii bonee lafa hektaara miiliyoona 1.6 irratti ga’e walitti qabameera – Ministeera… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Bara kana qamadii jal’isii bonee misoome keessaa lafa hektaara miiliyoona 1.6 irraa sassaabbiif kan ga’e walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Gama…
Fayyaa Baatiiwwan 8ttan darbanitti lammiiileen miliyoona 20 qorannoo dhibee busaa argatan- Ministeera… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Baatiiwwan saddeettan darban keessa lammiilee miliyoona 20 ta’aniif qorannoon dhibee busaa geggeeffamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Lammiilee qorannoo…
Oduu biyya keessaa Hoggansi yaada haaraa burqisiisuun tarsiimoon masakee hojii qabatamaan agarsiisuuf qophaa’uu qaba… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Harcaatiiwwan raawwii karoora baatii sagalii bara 2017 keessatti mul’atan sirreessuu fi qophii karooraa bara 2018 xiyyeeffannaan hojjechuun akka barbaachisu…
Oduu biyya keessaa Walgahiin Mana Maree Waloo Daldalaa Itiyoophiyaafi Sa’ud Arabiyaa gaggeeffame Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Walgahiin Mana Maree Waloo Daldalaa Itiyoo- Sa’udii tumsa diinagdee biyyoota lameenii cimsuurratti kaayyeeffate gaggeeffameera. Marichaan hariiroo seena…