Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aanaan Bootiswaanaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Bootiswaanaa Nidaabaa Nikoozinaatii guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru. Pireezidaantii Itti aanaan kun wayita Buufata…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hojii dippilooomaasiin dandeettii falmachuu ishee mul’ise Hidha Haaroomsaan… Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan hojii dippilooomaasiin dandeettii mirga ofiif falmachuu Addunyaaf mul’ise Hidha Haaroomsaan hojjetteetti jedhan Hayyoonni. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Warshaa xaa’oo Itiyoophiyaa qulqullinaafi ariitiin ijaaruuf kutannoon ni hojjetama- Aliikoo… Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Warshaa waggaatti xaa’oo hanga meetirik toonii miiliyoona sadii oomishu qulqullinaafi ariitiin ijaaruuf kutannoon ni hojjetama jedhan Hundeessaafi Hojii…
Oduu biyya keessaa Daangootee Giruuppi muuxannoo gaarii waan qabuuf Kompileeksiin Oomisha xaa’oo akkaataa karoorfameen… Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Daangootee Giruuppi muuxannoo gaarii waan qabuuf Kompileeksiin oomisha xaa’oo akkaataa karoorfameen ni xumurama jedhe Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldiingis.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Gabaawwan Sanbataa gara giddugala Gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti guddisuuf… Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Gabaawwan Sanbataa gara Giddugala Gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaa irratti muuxannoo ishee ni qooddi Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministeerri Dhimma Alaa Itiyoophiyaan yaa’iiwwan jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaafi yaa’ii Afrikaa- Kaariibiyaan irratti muuxannoo ishee ni qooddi…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 8.7 raggaasise Tsehay Guluma Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Hararii baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 8 fi miiliyoona 700 gochuun raggasiseera. Manni Marichaa yaa’ii idilee 8ffaa Marsaa…
Oduu biyya keessaa Hojiilee teeknooloojii cimaa ijaaruuf dandeessisan irratti xiyyeeffannoon ni hojjetama-Ministeera… Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan hojiilee teeknooloojii cimaa ijaaruuf dandeessisan irratti xiyyeeffannoon ni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldingisi fi Daangootee Giruuppi gidduutti waliigaltee qooda… Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldingisi fi Daangootee Giruuppi gidduutti waliigaltee qooda…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala tokkoo Masob naannolee Oromiyaafi Amaaraatti eegaluufi Ayana Dheressa Aug 28, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Tajaajilli Giddugala tokkoo Masob baatii Fulbaanaarraa eegalee naannolee Oromiyaafi Amaaraatti magaalota garaagaraatti ni jalqaba. Akka Itti aanaa…