Oduu biyya keessaa Gumiin Balal Marsaa 47ffaan taa’amaa jira Tsehay Guluma Nov 27, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- Gumiin Balal marsaa 47ffaan mata duree ''waliigaltee diimokiraatawaa tokkummaa sabdaneessaaf'' jedhuun taa'aamaa jira. Gumiin Balal Marsaan 47ffaan kun…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Chaayinaatti lubbuu namoota 44 galaafachuun namoota 62 irra miidhaa qaamaa qaqqabsiise Sifen Megersa Nov 27, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Balaan Ibiddaa Chaayinaa Appaartaamaa guddaa tokkorratti mudate lubbuu namoota 44 galaafachuun namoota 62 irra miidhaa qaamaa qaqqabsiisuu gabaafame.…
Ispoortii Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik Sifen Megersa Nov 27, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera. Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Kuwaataar tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf mari’atan Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad Kuwaataar magaalaa Dohaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru. Injinar Ayishaa Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Naannawaa daangaa Itiyoophiyaafi Keeniyaatti fayyadamummaa uummataa cimsuuf… Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Naannawaa daangaa Itiyoophiyaafi Keeniyaatti fayyadamummaa gama maraa uummataa cimsuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame. Sagantaan xumura…
Oduu biyya keessaa Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti- Jeneraal Piyeer… Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhan Ajajaan Waraana Lafarraa biyyattii Jeneraal Piyeer Shiil. Jilli…
Ispoortii Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte. Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan Qindeessa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pirezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Ispoortii Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa Sifen Megersa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen…
Oduu biyya keessaa Inisheetiivoonni qonnaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiraa jiru- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa Nov 26, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Inisheetiiviin qonnaa jiruufi jireenyi hawaasaa jijjiiraa jiru jedhan Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.…