Oduu biyya keessaa Adwaan Duula nageenyaaf taasifameedha-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC )-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Duula Adwaa dura…
Ispoortii Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo Tigraay magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira. Dorgommicha Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa kan kabajnuuf duudhaalee injifannoo isaa damee misoomaa fi nageenyaan irra… Debela Tadesse Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa kan kabajnuuf duudhaalee injifannoo isaa damee misoomaa fi nageenyaan irra deebi’uufi jedhan Ministirri Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Adwaa 2ffaa biyyattiin hiyyummaarratti injifannoo goonfatteedha jedhame Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa Adwaa 2ffaa Itiyoophiyaan hiyyummaarratti Injifannoo goonfatte ta’uu Waajjirri Qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Caffee Oromiyaaf beekamtiin kenname Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Caffeen Oromiyaa milkaa’ina kabajaa guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota 19ffaaf gumaacha olaanaa taasiseef Mana Maree Federeeshinirraa…
Oduu biyya keessaa Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdeef bu’uura kaa’an hojjetamuu ibsame Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdee Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’an hojjetamuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Walisoo daawwatan Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin buufata konkolaataa Qindaa'aa magaalaa Walisootti ijaaramaa jiru…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarkaanfii addaa misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf… Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inisheetiivii misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf hojjetaa jiraachuu Pireezidaantii Itti aanaan mootummaa…
Oduu biyya keessaa Torbee feestivaalaa aadaa 16ffaan magaalaa eegalame Tsehay Guluma Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen torbee feestivaalaa aadaa 16ffaa guyyoota 3’f turu eegalchiisan. "Aadaawwan keenya dirree…
Oduu biyya keessaa Hinta’u kan jedhame ta’ee agarre; jireenya keenya boruufis abdii guddaa nuuf ta’e – Qonnaan Bultoota… Sifen Megersa Feb 28, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Qonnaan Bultoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa Lafa midhaan hinbiqilchu jedhamee barootaaf ashuffee qofa magarsaa ture jallisii boneen qamadii misoomsuun…