Fayyaa Ministireechi Konkolaattota 62 Naannooleef dabarse Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) – Ministeerri Fayyaa Konkolaattota Qorichaalee geejjibsisuuf oolan 62 naannooleef dabarseera. Konkolaattonni kunneen deeggarsa maallaqa Giloobaal…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf Caalmaatti ni hojjetama –WMM Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) - Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf caalmaatti kan hojjetamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Komii fi gaaffii ummataaf deebii kennuuf hojiilee…
Oduu biyya keessaa Hojiin Itiyoophiyaan naannawichatti nageenya waareessuuf hojjechaa jirtu kan dinqisiifamu ta’uu… Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Hojiin Itiyoophiyaan naannawichatti nageenya waareessuuf hojjechaa jirtu kan dinqisiifamu ta’uu Itti Aanaa Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii…
Ispoortii Ramaddiin taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Carraan ramaddii taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a Siwiizarlaandi Naayoonitti ifoomeera. Arsenaal - PSV, Liiverpuul…
Oduu biyya keessaa Oomishni qonnaa kuntaalli miliyoona 601 walitti qabameera-Ministeericha Debela Tadesse Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)-Hanga ammaatti oomishni qonnaa kuntaalli miliyoona 601 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichi raawwii baatiiwwan ja’an darbanii…
Oduu biyya keessaa Daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa erga eebbifamee daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Adwaa daawwachuu isaanii ibsame.…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoota olaanoo duraanii WBO’f Muudamni kenname Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Qondaaltoota Waraana Bilisumma Oromoo waliigaltee araaraa fudhachuun galaniif mootummaan naannoo Oromiyaa muudama kenneera. Nageenya waaraa…
Fayyaa Kantibaa Adaanech Abeebeen giddugala gahumsa narvii daa’immanii fi yaalii baqaqsanii yaaluu… Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Hospitaala Yaadannoo Zawdituutti giddugala gahumsa narvii daa'immanii fi yaalii baqaqsanii yaaluu…
Fayyaa Oromiyaatti Duulli Talaallii Pooliyoo eegale Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo daa’imman Umrii waggaa shanii gadiif Sadarkaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Moojootti kennamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Balaa kanaan miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…