Ispoortii Al Hilaal Waliigaltee Neemaar Juuniyer adda kute Sifen Megersa Jan 28, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Kilabni Saa’ud Arabiyaa Al Hilaal Waliigaltee Kontiraataa taphataa Cimaa Biraaziil Neemaar Juuniyer waliin qabu adda kutuu beeksiseera. Neemaar…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Barnootaa dhuunfaa galmaa’an ulaagaa guutuu hindandeenye – Abbaa Taayitichaa Tsehay Guluma Jan 28, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2017, (FMC)- Dhaabbilee barnootaa dhuunfaa akkaataa Ulaagaa madaallii haaraatiin galamaa’an 273 keessaa kan ulaagicha guute tokkoollee akka hin jirre Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idilee 8ffaan Caffee Oromiyaa Amajjii 30, 2017 eegalee taa’ama jedhame Sifen Megersa Jan 28, 2025 0 Finfinnee, Amajji 20, 2017 (FMC) - Yaa'iin Idilee 8ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Amajjii 30, 2017 eegalee akka taa'amu Caffeen Oromiyaa beeksiseera. Yaa'iin Galma Caffeetti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen misooma mootummaa utubaa milkaa’ina guddina dinagdee ta’aniiru –… Sifen Megersa Jan 28, 2025 0 Finfinnee, Amajji 20, 2017 (FMC) - Dhaabbileen Misooma Mootummaa boqonnaa bulchiinsaa quubsaa hin taane keessaa bahuun gara madda faayinaansii filatamaa ta’uutti ce'uu hoji gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Xaaliyaaniin Itiyoophiyaaf deeggarsa liqii Birrii Miiliyoona 500 fi miliyoona 85 kennite Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan ce’umsa dijitaalaa eegaltee fi guddina dinagdee kalaqa bu’uureffate dhugoomsuuf kan oolu deeggarsa liqii Birrii miliyoona 500 fi miliyoona 85…
Idil Addunyaa Raashiyaan yaalii talaallii Kansaarii eegaluuf Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017(FMC) - Raashiyaan walakkaa bara Faranjootaa eegalamee kanatti yaalii talaallii ittisa kaansarii akka geggeessitu beeksisteetti. Qorattoonni Raashiyaa waggoota…
Oduu biyya keessaa Manni Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti jalqabaa baname Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa, Mana Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti kan jalqabaa ta’e banuun eerame. Sirna baniinsa mana barnootichaarratti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Afrikaarra biyyoota lakkoofsi tuuristootaa itti dabalee keessaa adda duree taate Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waggoottan ja’an darban Ardii Afrikaarraa biyyoota lakkoofsi tuuristootaa sadarkaa olaanaan itti dabalee keessaa adda duree ta’uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Indaastiriiwwan faalama naannawaaf sababa kuma 1 fi 800 irratti tarkaanfii fudhatame Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Indaastiriiwwan oomishaa fi tajaajila kennan faalama naannawaaf sababa ta'an kuma 1 fi 800 ol irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa Eegumsa…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaan Oomishni Kuntaalli miiliyoona 500 ol argame-Ministeericha Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Qonna Gannaa bara oomishaa 2016/17’tiin hanga ammaatti oomishi qonnaa Kuntaalli miliyoonaa 500 fi miliyoonni 5 argamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Ministir…