Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee Murtoowwan dabarse Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idiilee 1ffaa waggaa 5ffaa gaggeeseera. Guyyaa har’aa ajandaalee garaagaraa 4 dhiyaatanirratti…
Idil Addunyaa Doonaald Tiraamp Viilaadmiir Puutiin waliin mari’achuuf gara Alaaskaatti imalan Ayana Dheressa Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhimma waraana Raashiyaafi Yuukreen irratti Pireezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin mari’achuuf gara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti damee tuurizimiirraa galii Birrii miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 40 ol argame Ayana Dheressa Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC)- Naannoo Harariitti damee tuurizimiirraa galiin Birrii miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 40 ol argameera jedhe Biiroon Aadaa, Hambaafi Tuurizimii naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama Afirikaa fi fayyadamummaa lammiileef waloon hojjechuuf waliigalame – Dooktar Biqilaa… Ayana Dheressa Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC) – Yaa’ii Paartilee Siyaasaa Afrikaa 12ffaan jijjiirama ardaawaa, fayyadamummaa lammiilee fi ijaarsa mootummaa biyyaalessaaf waloon hojjechuuf waliigalamuu…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa guutiinsa laga Awaashiin buqqa’aniif deeggarsi barbaachiisu ni taasifama- Aadde… Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Sababa guutiinsa Laga Awaashiin lammiilee qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa'aniif mootummaan deeggarsa barbaachisu ni taasisa jedhan Afyaa’iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Inistitiiyuutichi Sanyiiwwan 24 ol qorannoon baase Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Inistitiiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa bara 2017 sanyiiwwan miidhaanii gosa adda addaa 24 qorachuun baaseera jedha. Inistitiiyuutichi oomishaa fi…
Teeknooloojii Teeknooloojiin tajaajila waraqaarraa bilisaa kennuuf dandeesisu eebbifame Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii, teeknooloojii tajaajila waraqaarraa bilisaa kennuuf dandeesisuu guyyaa har’aa eebbisiseera. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee qabdudha- Obbo Hayiluu Addunyaa Tsehay Guluma Aug 15, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya sirnoota siyaasaa garaagaraan ijaaramaa dhufte, biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee rakkoolee nageenyaa furuu danda'an qabdudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti qonna Arfaasaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argame Ayana Dheressa Aug 14, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC) - Godina Booranaatti hanga ammaatti oomisha qonna Arfaasaa sassaabamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argameera jedhe Waajjirri Qonnaa…