Oduu biyya keessaa Korichi raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggame Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) - Koreen Riifoormii Taaksii Biyyaalessaa raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggameera. Raawwiin hojii sassaabbii galii baatiwwan jahan darbanii…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa meeshaalee Doolaara miiliyoona 4.1 olitti tilmaamamu deeggarsaan argate Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee deeggartootaa 2 irraa meeshaalee Doolaara miiliyoona 4.1 olitti tilmaamamu deeggarsaan argachuu ibsame. Dhaabbanni…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin jiraattoota Aanaa Yaayyaa Gullallee waliin mari’atan Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Kaabaatti Jiraattota Aanaa Yaayyaa Gullallee waliin…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen yeroo hojii isaanii kan xumuran Ambaasaaddara Gaambiyaa gaggeessan Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen yeroo hojii isaanii kan xumuran Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Gaambiyaa kan turan Jaayinaabaa Jaagineen…
Oduu biyya keessaa Haadha ijoollee ishee mana barumsaa geessaa turte dabalatee balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 3… Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Magaalaa Dabra Birhaanitti Haadha Ijoollee ishee mana barumsaa geessaa turte dabalatee Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Magaalaa Loogiyaa tajaajila kennuu eegale Sifen Megersa Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Piroojektiin Bishaan dhugaatii qulqulluu Magalaa Loogiyaa eebbifamuun tajaajila kennuu eegaleera. Piroojektiin Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan taphni har’a Beenifikaan Baarseloonaa fi Atileetikoo Maadriid Leeverkuusan waliin taasiisan ni…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyoo gara naannoo Tigraayitti geejjibsiifamaa jira Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Mootummaan Federaalaa Xaa’oo biyyoo bara oomishaa 2017/18’f oolu gara naannoo Tigraayitti geejjibsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa bulchiinsa yeroo…
Oduu biyya keessaa Godina Qeellam Wallaggaatti Bunni Tooniin kumni 100 fi kumni 75 oomishame Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Godina Qeellam Wallaggaatti Baatiwwan jahan darban keessa Bunni Tooniin kumni 100 fi Kumni 75 oomishamuu ibsameera. Godinichatti lafti hektaarri…
Oduu biyya keessaa Gaanfa Afrikaatti Konfiraansiin guddina Daldalaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Gaanfa Afrikaatti sirna Daldalaa fi Loojistiiksii fooyyeessuu fi jijjiiruuf kan dandeessisu Konfiraansiin Guddina Daldala gaggeeffamaa jira.…