Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Mootaalii Yaa’ii Hawaasa Afrikaa-Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee Miyaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Seent Kiits fi Neeviis Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Seent Kiitisii fi Neeviis Dooktar Raalfi Goonzaalvees yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame. Guyyichi bakka…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Bahaamaas Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Bahaamaas Filiippi Deeviis yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Filiippi Deeviis wayita…
Oduu biyya keessaa Bu’ura Cimaa Biyya Jabduu – TKM Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 1 guyyaa Cichoominaa ilaalchisee ergaa dabarseera. Qaammeen 1 Har'i guyyaan Cichoominaa mata duree ‘bu’uura…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Bu'ura Cimaa Biyya Jabduu Itoophiyaan badhaadhinashee kan mirkaneessitu harkawwan jajjaboo bu'urashee cimsuu danda'aniinidha. Qabsoo gama hundumaan taasifnuun bu'ura Itiyoophiyaa ni…
Ispoortii Ijipti 2 – 0 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii ‘Oromiyaa Soveriin Fandii’ (OSF) bara 2017’fi karoora bara 2018 xumurame Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Gamaaggamni raawwii hojii ‘Oromiyaa Soveriin Fandii’ (OSF) bara 2017’fi karoora bara 2018 xumurame jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Uncategorized Mootummaan keenya fagoo yaadee kan karoorsu, uummatasaa qindeessee hojjetee kan milkeessu –… Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa guyyoota shanan Cichoominaa ilaalchisee ibsa kenneera. Guutuun ibsichaa haala armaan gadiin dhiyaateera. Jalqabbii…