Oduu biyya keessaa Barreessituu Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Barreessituu Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa irratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf haa qophoofnu! Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Guyyaa kana namoonni miiliyoonni 30 ol ashaaraa isaanii ni kaa’uun eegama. Hundi keenyaa seenaa kana haa qoodannu, waloon dhaabuun haa dandamannu! Guyyaa 4 qofatu hafe…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Barreessituu Itti Aantuu Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad waliin… Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Barreessituu Itti Aantuu Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad waliin mari'ataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi waadaa irraa gara gochaatti daandii ittiin jijjiiramne kan ittiin mul’isnuu dha- Dooktar… Yonatan Birhanu Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC) - Ministirri Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabaan yaa’iin sirna nyaataa daandii ittiin waadaa irraa gara gochaatti ittiin ceene warreen birootti kan ittiin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti dargaggoota kuma 55 oliif carraan hojii uumame Yonatan Birhanu Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC) - Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota kuma 55 fi 254’f carraa hojii uumeefiin jira jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuufi Ogumma Magaalichaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti milkaa’ina ishee qooduuf… Yonatan Birhanu Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan yaa’ii Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti milkaa’ina ishee akka muuxannootti qooduuf qophoofteetti jedhe Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii haala ho’aan kabajamuun xumurame Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii haala ho’aan kabajamuun xumurameera jedhe Koomaandi Poostiin Nageenyaa ayyaanichaa. Ajajaan Qajeelcha Poolisii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi-… Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017 gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017fi marii karoora bara 2018 gaggeeffamaa jira. Gamaaggamichi bakka miseensonni…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa walga’ii idilee 10ffaa gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa walga’ii idilee 10ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Af-yaa’iin mana maree naannichaa Faantuu…