Hawaasni Vaayirasii Maarbargii of irraa ittisuuf tooftaalee to’annoo hojiirra oolchuu qaba- BFO
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Hawaasni Vaayirasii Maarbargii of irraa ittisuuf tooftaalee ittisaa fi too'annoo vaayirasichaa hojiirra olchuu qaba jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.…