Oduu biyya keessaa Godinichatti lafti heektarri kuma 700 ol sanyiin uwwifame Tsehay Guluma Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Lixaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafti heektarri kumni 700 fi kumni 16 sanyiin uwwifameera jedhe Waajjirri Qonna Godinichaa.…
Oduu biyya keessaa Guyyoota itti aananitti bakkeewwan garaagaraa hanga roobaa giddugaleessaafi olaanaa ni argatu-… Ayana Dheressa Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa guyyoota itti aananitti bakkeewwan garaagaraa hanga roobaa giddugaleessaafi olaanaa ni argatu jedhe.…
Oduu biyya keessaa Hidhi Guddicha Haaroomsaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati- Miseensoota Caffee Oromiyaa Tsehay Guluma Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Hidhi Guddicha Haaroomsaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati jedhan Miseensoonni Caffee Oromiyaa. Hidhi Haaroomsaa tokkummaa fi humni…
Ispoortii Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame Ayana Dheressa Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetikisii Afrikaa Umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaa Abuukuutaatti gaggeeffame irratti hirmaateef…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsa diinagdee gooroo waaressuuf hirmaannaan damee dhuunfaa guddachuu qaba- Obbo Ahimad… Ayana Dheressa Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen fooyya’iinsa diinagdee gooroo hojiirra oole waaressuufi hirmaachisaa taasisuuf hirmaannaan damee…
Idil Addunyaa Baangilaadeeshitti balaa xiyyaaraan lubbuun namoota darbee 27 qaqqabe Tsehay Guluma Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Baangilaadeesh dhiheenya magaalaa Daakaatti xiyyaarri waraanaa mana barnootaarratti kufuun lubbuun namootaa 27 darbeera. Balichaan Daa’imman 25…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi dandeettii ofiin mootummaafi uummataan kan ijaaramedha- Waajjiricha Ayana Dheressa Jul 22, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddichi guutummaatti dandeettii ofiin mootummaafi uummataan kan ijaaramedha jedhe Waajjirri Qindeessaa Piroojektii Hidha Haaromsa…
Ispoortii Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse. Lammiin Kaameeruun Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararuu Obbo Ordiin Badiriin. Manne maree bulchiinsaa naannoo Hararii…
Idil Addunyaa Baangilaadeeshitti Xiyyaarri waraanaa mana barnootaarratti kufe lubbuu namoota 19 galaafate Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Baangilaadeesh dhiheenya magaalaa Daakaatti xiyyaarri waraanaa shaakalliirra ture mana barnootaarratti kufuun yoo xiqqaate namootni 19 yoo du'an160 ol…