Ispoortii Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifate Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera. Kilabni Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi ‘Gamtaa Sagalee Dubartootaaf’ irraa ajandaa fudhate Ayana Dheressa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ‘Gamtaa Sagalee Dubartootaaf’ irraa ajandaa fudhateera. Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa…
Ispoortii Walwaaloo Addigiraat 1- 1 Shaggar Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Shaggar Walwaaloo Addigiraat waliin qixa bahe. Shaggar har’a Walwaaloo…
Biiznasii Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birrii biliyoona 100 fi biiliyoona 60 ol walitti qabame Tsehay Guluma Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birrii biliyoona 100 fi biiliyoona 60 ol walitti qabame. Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi…
Oduu biyya keessaa Waltajjii gamaaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa bara 2018 eegallee jirra… Tsehay Guluma Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)_ Waltajjii gamaaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 2ffaa bara 2018 eegalleerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti Miidiyaaleen 309 eeyyama argatanii socho’aa jiru- Abbaa Taayitichaa Tsehay Guluma Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaatti Miidiyaaleen 309 eeyyama seera qabeessa argatanii socho’aa jiru jedhe Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa. Wayita ammaa…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu. Galgala sa’aatii 2:45 jalqabee Gaalatasaraay – Atileetikoo…
Fayyaa Oomishaalee Ashaboo fayyaa hawaasaa irratti miidhaa geessisuu danda’an irratti tarkaanfiin fudhatame Ayana Dheressa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Oomishaalee Ashaboo fayyaa hawaasaa irratti miidhaa geessisuu danda’an irratti tarkaanfiin fudhatameera jedhe Abbaan Taayitaa Nyaataafi Qorichaalee…
Oduu biyya keessaa Hooggansi sadarkaan jiru injifannoo haaraa galmeessisuuf xiiqeeffatee hojjechuu qaba- Obbo Shimallis… Ayana Dheressa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hooggansi sadarkaan jiru injifannoo haaraa galmeessisuuf xiiqeeffatee hojjechuu qaba jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)- Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegaleera. Gamaggamni raawwii hojii mootummaa fi paartii kurmaana…