Ispoortii Goota Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaa… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Goonni fiigicha Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaan injifannoo galmeessuu itti fufeera. Atileet Taammiraat Tolaan fiigicha Maaraatoonii har’a…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aan Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa fi Kataraa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aniiru. Ayyaanni Cuuphaa haala duudhaa isaa eegeen akka…
Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa irratti balaan elektirikaa akka hin uumamneef eeggannoon fudhatamuu qaba –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa kabaja ayyaana cuupphaan walqabatee balaan elektirikaa akka hin uumamneef of eeggannoon barbaachisu fudhatamuu akka qabu…
Teeknooloojii Haleellaawwan odeeffannoo utuu hincufin raawwataman heddummachuu… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018(FMC) - Addunyaa irratti tooftaan haleellaa saayberaa yeroo irraa yerootti jijjijjiiramaa dhufeera. Amma amma hubdoonni odeeffannoo cufuu caalaa hatuu fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti-… Ayana Dheressa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Waajabila Faanaa Wadaajiin Aadaa obbolummaa, jaalalaa fi marartee… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) –Wadaajiin dhungoo jaalalaa dargaggeessi hin fuunee fi Shamarran hin heerumne waliin raawwataniidha. Dargaggeessi tokko wayita shamarran qalbii isa…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 fuudhan Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 fuudhaniiru. Xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaanti Taayyeef kan…
Oduu biyya keessaa “Kiin Itiyoophiyaan ” tokkummaa biyyaalessaa ijaaruu fi seenessa Biyyaalessaa… Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Ministirri Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaan "Kiin Itiyoophiyaan " tokkummaa biyyaalessaa ijaaru fi seenessa Biyyaalessaa babal'isuuf ga'ee guddaa…
Biiznasii Ergaa Bulchaa Olaanaa Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Waggoottan jijjiiramaa darbanitti imaammata maallaqaa ammayyeessuun, sharafa alaa fooyyessuun, jijjiiramni damee faayinaansii fi fooyya'iinsi…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Sochiin dinagdee gooroo Itiyoophiyaa waggoota torba duraa cabiinsa keessa ture. Jeequmsi dinagdee gooroo, ba'aan idaa, hanqinni sharafa alaa fi gabaan…