Qabeenyi bishaanii milkaa’ina galmoota Afrikaaf gahee olaanaa qaba- Mahaammud Alii Yusuuf
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Qabeenyi bishaanii milkaa’ina galmoota Afrikaaf gahee olaanaa qaba jedhan Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf.
Walga’ii idileen…