Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaaf deebii kan kennee dha…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaa barootaaf tureef deebii kan kenne jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy…