Taphoonni nuusa xumuraa waancaa Afrikaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoonni nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 35ffaa har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Maaliin Seeneegaal waliin morkatti.…