Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad:- Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Yaadni humna jijjiiramaati, hayyoonni ammoo bakka buutoota jijjiiramaati, jijjiiramni hayyoonni hawaasa keessatti uuman biyya gara Badhaadhinaatti ceesisa. Kanaaf hayyoonni yaada kabajuu…
Biiznasii Qajeelfamichi tilmaama gatii shaqaxaalee irratti iftoomina kan uumudha – Komishinar Dabalee… Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Qajeelfamni gumruukaa haaraan tilmaama gatii shaqaxaalee iftoomina qabuufi amanamaan akka jiraatu taasisa jedhan Komishinarri Komishinii Gumruukaa Dabalee…
Oduu biyya keessaa Godinichatti namoonni sagantaa seeftineetii fayyadamaa turan kumni 57 ol gara oomishtummaatti ce’an Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti maatiin fayyadamtoota sagantaa seeftineetii turan kumni 57 ol gara oomishtummaatti ce’uun wabii midhaan nyaataan of danda’an.…
Oduu biyya keessaa Hanqina dubbisuu, barreessuu fi qoyyobannaa barattootaa hiikuuf hojjetamaa jira – BBO Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Hanqina dubbisuu, barreessuu fi qoyyobannaa barattootaa hiikuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Qulqullina barnootaa fooyyessuuf…
Oduu biyya keessaa Leenjistoota olaanoofi qindeessitoota naannoo filannoo filannoo biyyaalessaa 7ffaaf leenjiin kenname Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa leenjistoota olaanoofi qindeessitoota naannoo filannoo, filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf leenjii kenneera. Boordichi…
Oduu biyya keessaa Maree itti gaafatama waloof, nageenya waaraa fi ijaarsa mootummaa cimaaf – TKM Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - Mareen itti gaafatama waloo ba'achuuf, nageenya waaraa fi mootummaa biyyaalessaa cimaa ijaaruuf faayidaa guddaa qaba jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Sadaasaa fi Muddee keessa hojjetan Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Sadaasaafi Muddee 2018 keessa hojiilee ijoo biyyaalessaa, ardiifi idil-addunyaa hojjetaniiru.…
Oduu biyya keessaa “Hayyuun Eenyu? Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan turan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad mata duree “ Gahee Hayyootaa…
Biiznasii Maallaqni Kuufamaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Tiiriliyoona 2 qaqqabe Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Maallaqni kuufamaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii Tiiriliyoona 2 qaqqabe. Baankichi baatiiwwan jahan darbanitti Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon waliin mari’atan Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad fuula…