Ispoortii Paatiriik Doorguu baatiiwwan 2 oliif dirreerraa ni fagaata Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Taphataan Maanchistar Yuunaayitid Paatiriik Doorguun sababa miidhamaan baatiiwwan 2 oliif dirree irraa ni fagaata jedhame. Tapha Maanchistar…
Oduu biyya keessaa Galmi keenya oomisha qulqullina qabu gabaa addunyaaf dhiyeessuudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Galmi keenya oomisha shammattootaaf dhiyeessuu qofa osoo hin taane ququllinaan gabaa addunyaaf dhiyeessuudha jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Itiyoophiya bu’uuraalee misoomaa fi humna namaan of gahomsaa tureera – L/J Yilmaa… Tsehay Guluma Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiya bu’uuraalee misoomaa fi Humna Namaan of gahomsaa tureera jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal…
Fayyaa Rakkoo ittifamuu danda’uun lubbuun haadholii darbuu hin qabu-Biiroo fayyaa Oromiyaa Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Rakkoo ittifamuu danda'uun lubbuun haadholii darbuu hin qabu jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Guyyaan fayyaa haadholii sadarkaa addunyaatti marsaa…
Biiznasii Qabeenyi waliigalaa baankichaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 caale Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa baatiwwan jahaan darban keessa Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 20 ol liqeesse jedhe. Baankichi tajaajila si’ataa fi…
Idil Addunyaa Zimbaabweetti balaa lolaa mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 109 darbe Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Zimbaabweetti Balaa lolaa rooba cimaa roobe hordofee mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 109 darbuu gabaafameera. Namoota 61 irra ammoo miidhaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Gifaataa UNESCO’tti galmaa’uu hordofee sagantaan gammachuu ibsannaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa sablammii Walaayittaa Gifaataan Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii ( UNESCO)’tti galmaa’uu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Biyyaalessaa Hararii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) - Manni Maree Biyyaalessaa Naannoo Hararii Yaa’ii idilee 1ffaa marsaa 6ffaa, waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pirezidaantiin Naannoo…
Teeknooloojii Dijiitaal Itiyoophiyaa milkeessuuf qonnaan bultoota teeknolojiin wal barsiisuun murteessaadha Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinee, Amajjii 18, 2018(FMC) - Sagantaa Dijiitaal Itiyoophiyaa milkeessuuf qonnaan bultoota teeknolojiin wal barsiisuun murteessaadha. Godina Jimmaatti gurgurtaan xaa’oo karaa…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Misooma Koriidarii ejjennoo cimaan hojjetamaa jiru Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Hojiin misooma kooriidarii keeyaa akkuma ajandaa riifoormii dinagdee biyyaa maddee irratti kaa'ame misooma magaalaa irratti ejjennoo keenya cimaa haammataa, waaraafi namarratti xiyyeeffatu…