Oduu biyya keessaa Pirojektii lammiilee gara oomishtummaatti ceesise… Ayana Dheressa Feb 24, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2018(FMC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Pirojektiin Seeftiineetiifi Hojii Misoomaa Magaalotaa lammiilee gara oomishtummaatti ceesiseera jedhe.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama duultoota addaa waggaa 65ffaan akka milkaa’u qaamolee gahee qabaniif beekamtiin… Sifen Megersa Feb 24, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) –Kabajni guyyaa hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan akka milkaa’u qaamolee gahee qabaniif beekamtiin kennameera. Ajajichi waggoottan…
Oduu biyya keessaa Nageenyummaa fi Haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf gahee keenya ni baana – Miseensota Caffee Sifen Megersa Feb 24, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Nageenyummaa fi Haqa qabeessummaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa milkaneessuuf gahee keenya ni baana jedhan Miseensonni Caffee Oromiyaa.…
Ispoortii Fiigicha Walakkaa Maaraatoonni Meeksikootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Fiigicha Dorgommii Walakkaa Maaraatoonni Meeksikkoo Guwaadaalaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamanuu injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Bu’aan gama Dippilomaasiin galmaa’e hirmaannaa Itiyoophiyaa waltajjii addunyaa irratti… Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) - Waggoota jijjiiramaa as bu'aaleen gama dippilomaasiin galmaa'an hirmaannaa Itiyoophiyaan waltajjii addunyaa irratti qabdu guddisuun boqonnaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa- Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa magaalaa Naqamteetti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa saffisiisaa jiru-… Ayana Dheressa Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa mootummaan magaalaa Naqamteetti hojjechaa jiru guddina magaalichaa saffisiisaa jiru jedhan jiraattonni. Tibba darbe Ministirri…
Biiznasii Qoodinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71 ol Naannoleef qoodame- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee,Guraandhala 16, 2018 (FMC) –Bara baajataa 2018 baatiiwwan torban darban qoodiinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71. 33 naannoleef qoodameera jedhan Afyaa’iin Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti shakkamtoonni ragaa mirkaneessa qabiyyee lafaa ni kennina jechuun Birrii miiliyoona 6… Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni hojjettoota Biiroo Bulchiinsa Misooma Lafaati, Hoggantoota ni beekna, ragaa mirkaneessa qabiyyee lafaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaa uummataafi seera qabeessa bu’uuressuuf daandiin jiru filannoo qofa- Paartii Badhaadhinaa Ayana Dheressa Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Mootummaa uummataafi seera qabeessa bu’uuressuuf daandiin jiru filannoo qofa jedhe Paartiin Badhaadhinaa. Walga’ii idileen Mana Maree Paartii…