Fana: At a Speed of Life!

Giraavanbarch taphataa dargaggeessa cimaa Piriimeer Liigii Inigilaandi baranaa ta’uun filatame

Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Taphataan sarara gidduu Liivarpuul Giraavanbarch taphataa dargaggeessa cimaa bara dorgommii Piriimeer Liigii Inigilaandi 2024/25 ta’uun filatame.

Dargaggeessa umrii waggaa 23 kan ta’e Giraavanbarch, taphoota liigichaa 36 irratti hirmaateen kubbaawwan gooliif ta’an 4 mijeessuun kennuu danda’eera.

Wandimmaaganyi Tsaggaayeen.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.