Hammattummaa Siyaasaa Waliigaltee Biyyaalessaaf; Biyya Guddoo, Uummata Guddaa, Mul’ata Guddaa
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya saboota, sab-lammootaa fi uummattoota hedduu of keessatti qabachuun, hirmaannaan siyaasaa nageenya, diimokiraasii fi misooma waaraaf…