Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 ta’e.
Kilabichi taphoonni 3 osoo hafuu seenaa keessatti yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaaa ta’eera.
Piriimeer Liigichaan sadarkaa 2ffaa irratti kan argamu Bunni Itiyoophiyaa har’a Maqalee 70 Indartaa waliin qixa ta’uu hordofee Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa ta’uu isaa mirkaneeffateera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.