Bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, bara 2017 guddina hiika qabuufi bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra jedhaniiru.
Kana ka’umsa godhachuun Manni Maree Ministirootaa hojiirra oolmaa bara dhufuuf kan qophaa’e karoora bara 2018 dameelee hundaafi karoora misooma biyyaalessaa gamaaggamuuf walga’uu ibsaniiru.
Gamaaggamaafi mariin cinaattis biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabuu eeraniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.