Gullisoo 1-1 Dul Azahaabii
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Gullisoon Dul Azahaabii waliin galchii 1’n qixa bahe.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Giincii, Leeqaa fi Dambi Doolloon tapha mo’anii darbuuf gahuun isaanii ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.