Fana: At a Speed of Life!

Noonii Maaduukeen Arsenaaliif mallatteesse

Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Jifataan Cheelsii Noonii Maaduukeen ifatti Arseenaalitti makameera.

Noonii Maaduukeen waliigaltee waggaa shanii hanga bara 2030’tti Arseenaal isa tursiisu mallatteesseera.

Arseenaal jijjiirraa taphataa kanaaf Paawundii miiliyoona 52 baasii taasiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.