Fana: At a Speed of Life!

Ganamaa eegalee hanga sa’aatii 5:00tti Biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55 ol dhaabaman

Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga sa’aatii 5:00tti biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55.5 dhaabaman.

Namoonni miiliyoonni 14.9 ta’an dhaabbicharratti hirmaatan.

Lafa hektaara kuma 200 fi Kuma 49 irraa dhaabbate

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.