Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indashaaw Xaasew biqiltuu duula guyyaa tokko dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indashaaw Xaasew Godina Halaabaatti biqiltuu duula guyyaa tokko dhaaban.

Hoggantoota olaanoo mootummaa naannichaa dabalatee kutaaleen hawaasaa adda addaa sagantaa kanarratti hirmaachaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.