Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taate
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Bu’aa bahii hedduu darbuun Magaalaa Bahir Daar kan geesse Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taateerti.
Imala lafaarraa ishee jaalalaa fi tokkummaa Itiyoophiyaanotaan dabaalamtee kan xumurte Xaanaanesh 2 Hara Xaanaa daakuu eegaluuf qophii ishee xumurte.
Hara Xaanaaf miidhaginaa dabalataa ni taatiin eegamti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.